-
Luqaas 7:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Achiis gara dubartii sanaatti garagalee, Simooniin akkana jedhe: “Dubartii tana argitaa? Ani mana kee seeneera; ati garuu bishaan miilaa naaf hin kennine. Ishiin garuu imimmaan ishiitiin miila koo jiistee rifeensa ishiitiin haxoofte.
-