1 Saamuʼel 23:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Daawitis iddoowwan lafa onaa warra bira gaʼuuf rakkisaa taʼan keessa, naannoo gaarotaa isa lafa onaa Ziifitti+ argamu keessa ni jiraate. Saaʼol Daawitiin barbaaduu isaa kan itti fufe taʼus,+ Yihowaan harka isaatti dabarsee isa hin kennine. 1 Saamuʼel 23:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Boodas namoonni Ziif gara Gibeʼaa+ gara Saaʼolitti ol baʼanii akkana jedhan: “Daawit as nutti dhihoo Hooresh+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisaa taʼan, jechuunis tabba Hakiilaa+ isa kibba* Yeshiimonitti*+ argamu irra dhokatee jira mitii?+ 1 Saamuʼel 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, Daawitii fi namoonni isaa Arabaa+ ishii kibba Yeshiimonitti argamtu keessa lafa onaa Maaʼon+ keessa utuu jiranii, jarri sun achii baʼanii Saaʼoliin dursanii gara Ziif+ ni dhaqan. Faarfannaa 54:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yeroo Ziifonni dhufanii, “Daawit nu gidduutti dhokateera” jedhanii Saaʼolitti himanitti+ faarfate.
14 Daawitis iddoowwan lafa onaa warra bira gaʼuuf rakkisaa taʼan keessa, naannoo gaarotaa isa lafa onaa Ziifitti+ argamu keessa ni jiraate. Saaʼol Daawitiin barbaaduu isaa kan itti fufe taʼus,+ Yihowaan harka isaatti dabarsee isa hin kennine.
19 Boodas namoonni Ziif gara Gibeʼaa+ gara Saaʼolitti ol baʼanii akkana jedhan: “Daawit as nutti dhihoo Hooresh+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisaa taʼan, jechuunis tabba Hakiilaa+ isa kibba* Yeshiimonitti*+ argamu irra dhokatee jira mitii?+
24 Kanaafuu, Daawitii fi namoonni isaa Arabaa+ ishii kibba Yeshiimonitti argamtu keessa lafa onaa Maaʼon+ keessa utuu jiranii, jarri sun achii baʼanii Saaʼoliin dursanii gara Ziif+ ni dhaqan.
Geggeessaa muuziqaatiif; meeshaawwan muuziqaa ribuu qabaniin kan faarfatamu. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yeroo Ziifonni dhufanii, “Daawit nu gidduutti dhokateera” jedhanii Saaʼolitti himanitti+ faarfate.