1 Saamuʼel 23:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Boodas namoonni Ziif gara Gibeʼaa+ gara Saaʼolitti ol baʼanii akkana jedhan: “Daawit as nutti dhihoo Hooresh+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisaa taʼan, jechuunis tabba Hakiilaa+ isa kibba* Yeshiimonitti*+ argamu irra dhokatee jira mitii?+ 1 Saamuʼel 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Yeroo booda namoonni Ziif+ gara Saaʼol isa Gibeʼaatti+ argamutti dhufanii, “Daawit tabba Hakiilaa isa Yeshiimon*+ fuullee jiru irra dhokateera mitii?” isaan jedhan.
19 Boodas namoonni Ziif gara Gibeʼaa+ gara Saaʼolitti ol baʼanii akkana jedhan: “Daawit as nutti dhihoo Hooresh+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisaa taʼan, jechuunis tabba Hakiilaa+ isa kibba* Yeshiimonitti*+ argamu irra dhokatee jira mitii?+
26 Yeroo booda namoonni Ziif+ gara Saaʼol isa Gibeʼaatti+ argamutti dhufanii, “Daawit tabba Hakiilaa isa Yeshiimon*+ fuullee jiru irra dhokateera mitii?” isaan jedhan.