-
1 Saamuʼel 24:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Namoonni Daawitis, “Guyyaa Yihowaan, ‘Kunoo, ani diina kee harka keetti dabarsee nan kenna;+ atis wanta gaarii fakkaatee sitti mulʼate hundumaa isa irratti gochuu dandeessa’ itti siin jedhe sun harʼa dha” isaan jedhan. Daawitis kaʼee suuta jedhee uffata Saaʼol irraan uffatu sana fiixee isaa ni kute.
-