-
1 Saamuʼel 31:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waraanichi Saaʼolitti cimaa deeme; warri xiyya darbatanis isa argatanii akka malee isa madeessan.+
-
-
1 Saamuʼel 31:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Akka kanaan, Saaʼol, ilmaan isaa sadan, namichi meeshaa waraanaa isaaf baatuu fi namoonni isaa hundi guyyaa sanatti waluma faana ni duʼan.+
-