LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 28:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan Israaʼelotas taʼe siin harka Filisxeemotaatti dabarsee ni kenna;+ atii+ fi ilmaan+ kee boru anaa wajjin taatu. Yihowaan raayyaa waraanaa Israaʼelis harka Filisxeemotaatti dabarsee ni kenna.”+

  • 1 Seenaa Baraa 10:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Akka kanaan, Saaʼolii fi ilmaan isaa sadan ni duʼan; namoonni mana isaa hundis waluma faana ni duʼan.+ 7 Namoonni Israaʼel warri sululicha* keessa jiran hundi, namni hundi baqachuu isaa, akkasumas Saaʼolii fi ilmaan isaa duʼuu isaanii yommuu argan, magaalota isaanii dhiisanii baqatan; Filisxeemonnis dhufanii magaalota sana qabatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi