1 Saamuʼel 28:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Bara sanatti Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf raayyaawwan waraanaa isaanii walitti qaban.+ Kanaafuu Akiish Daawitiin, “Atii fi namoonni kee anaa wajjin gara waraanaa akka dhaqxan beekta” jedhe.+ 1 Saamuʼel 31:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Filisxeemonni Israaʼelotaa wajjin wal waraanaa turan.+ Namoonni Israaʼelis Filisxeemota duraa ni baqatan; baayʼeen isaanii Gaara Gilboʼaa+ irratti ni ajjeefaman.
28 Bara sanatti Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf raayyaawwan waraanaa isaanii walitti qaban.+ Kanaafuu Akiish Daawitiin, “Atii fi namoonni kee anaa wajjin gara waraanaa akka dhaqxan beekta” jedhe.+
31 Filisxeemonni Israaʼelotaa wajjin wal waraanaa turan.+ Namoonni Israaʼelis Filisxeemota duraa ni baqatan; baayʼeen isaanii Gaara Gilboʼaa+ irratti ni ajjeefaman.