1 Saamuʼel 14:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Guutummaa bara Saaʼolitti Filisxeemotaa wajjin waraanni cimaan godhamaa ture.+ Saaʼol yeroo nama cimaa yookiin onnataa taʼe argu loltoota isaatti akka makamu isa filata ture.+ 1 Saamuʼel 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Filisxeemonni+ raayyaawwan waraanaa isaanii hundumaa Afeeqitti walitti ni qaban; Israaʼelonni immoo burqaa Yezriʼel+ keessatti argamu bira buufatanii turan.
52 Guutummaa bara Saaʼolitti Filisxeemotaa wajjin waraanni cimaan godhamaa ture.+ Saaʼol yeroo nama cimaa yookiin onnataa taʼe argu loltoota isaatti akka makamu isa filata ture.+
29 Filisxeemonni+ raayyaawwan waraanaa isaanii hundumaa Afeeqitti walitti ni qaban; Israaʼelonni immoo burqaa Yezriʼel+ keessatti argamu bira buufatanii turan.