LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 49:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Biiniyaam+ akka yeeyyiitti cicciruu isaa itti fufa.+ Inni ganama wanta adamse ni nyaata; galgala immoo boojuu ni hihira.”+

  • 1 Saamuʼel 9:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Boru gara saʼaatii kanaatti, ani nama biyya Biiniyaamii+ dhufe tokko gara keetti nan erga. Atis saba koo Israaʼel irratti geggeessaa godhii isa muudi;+ inni saba koo harka Filisxeemotaa jalaa ni oolcha. Ani gadadoo saba kootii argeera; iyyi isaaniis na bira gaʼeera.”+ 17 Saamuʼel yommuu Saaʼoliin argu, Yihowaan, “Namni ani, ‘Inni saba koo bulchu* isa dha’ jedhee sitti hime sun isa kana” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi