LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 10:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yeroo kanatti Saamuʼel namoota sana hundumaatiin, “Nama Yihowaan filate kana ni argituu?+ Namoota kana hunda keessaa kan akka isaa hin jiru” jedhe. Namoonni sun hundis, “Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhanii iyyuu jalqaban.

  • 1 Saamuʼel 15:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Saamuʼelis itti fufuudhaan akkana jedhe: “Ati yeroo dura buʼaa gosoota Israaʼel akka taatu muudamtettii fi yeroo Yihowaan Israaʼel irratti mootii godhee si dibetti,+ nama gad aanaa akka taatetti of ilaalta turte mitii?+

  • Hojii Ergamootaa 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sana booda garuu mootiin akka isaaniif muudamu gaafatan;+ Waaqayyos Saaʼol ilma Qiish isa gosa Biiniyaam+ keessaa taʼe waggaa 40f isaaniif kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi