1 Saamuʼel 31:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Filisxeemonni Saaʼolii fi ilmaan isaa hordofanii baayʼee itti dhihaatan; achiis Filisxeemonni, ilmaan Saaʼol kan taʼan Yonaataan,+ Abinaadaabii fi Malkishuwaa ni ajjeesan.+ 2 Saamuʼel 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Haa taʼu malee, Abneer+ ilmi Neer ajajaan loltoota Saaʼol, Ish Bosheet+ ilma Saaʼol fuudhee gara Mahaanaayimitti+ ceesise;
2 Filisxeemonni Saaʼolii fi ilmaan isaa hordofanii baayʼee itti dhihaatan; achiis Filisxeemonni, ilmaan Saaʼol kan taʼan Yonaataan,+ Abinaadaabii fi Malkishuwaa ni ajjeesan.+
8 Haa taʼu malee, Abneer+ ilmi Neer ajajaan loltoota Saaʼol, Ish Bosheet+ ilma Saaʼol fuudhee gara Mahaanaayimitti+ ceesise;