LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 14:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Maqaan haadha manaa Saaʼol Ahinoʼaam yommuu taʼu, ishiin intala Ahimaaz turte. Maqaan ajajaa raayyaa waraanaa isaa Abneer+ yommuu taʼu, innis ilma Neer isa wasiila Saaʼol turee ti.

  • 1 Saamuʼel 17:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Saaʼol Daawit Filisxeemicha waraanuuf deemuu isaa yommuu argu, Abneer+ isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼe, “Abneer, mucaan kun kan eenyuu ti?”+ jedhee gaafate. Abneeris deebisee, “Yaa mootii, lubbuu kee isa jiraataadhaan nan kakadha, ani hin beeku!” isaan jedhe.

  • 1 Saamuʼel 26:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis Daawit gara bakka Saaʼol itti buufate dhaqee, bakka Saaʼolii fi Abneer+ ilmi Neer inni ajajaa raayyaa waraanaa isaa taʼe itti rafan arge; Saaʼolis loltoota isaatiin marfamee buufata sana gidduu rafaa ture.

  • 2 Saamuʼel 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ish Bosheet+ ilmi Saaʼol Abneer Kebroonitti duʼuu+ isaa yommuu dhagaʼu, akka malee ni sodaate;* Israaʼelonni hundis ni jeeqaman.

  • 1 Mootota 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Atis wanta Yoʼaab ilmi Zeruuyaa na irratti raawwate, wanta inni ajajjoota raayyaa waraanaa Israaʼel lamaan, jechuunis Abneer+ ilma Neerii fi Amaasaa+ ilma Yeteer irratti raawwate akka gaariitti beekta. Inni isaan ajjeesuudhaan waraanni utuu hin jiraatin yeroo nagaatti dhiiga dhangalaaseera;+ akkasumas qabattoo mudhii isaatti hidhatee fi kophee miila isaatti kaaʼate dhiiga yeroo waraanaatti dhangalaʼuun faaleera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi