27 Abneer yommuu gara Kebroonitti+ deebiʼu, Yoʼaab kophaatti isa haasofsiisuuf gara karra balbalichaatti isa geesse. Haa taʼu malee, Yoʼaab achitti garaa isaa ni waraane; innis ni duʼe;+ kana kan godhes Abneer obboleessa isaa Asaaheliin waan ajjeeseef ture.+