-
1 Saamuʼel 18:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Kun immoo Saaʼol Daawitiin caalaatti akka sodaatu godhe; sana booda Saaʼol umurii isaa guutuu diina Daawit taʼe.+
-
-
1 Saamuʼel 23:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Iddoowwan inni itti dhokatu hundumaa of eeggannoodhaan mirkaneeffadhaatii ragaa qabadhaa kottaa. Achiis ani isinii wajjin nan dhaqa; inni yoo biyyattii keessa jiraate, qomoowwan* Yihudaa hundumaa gidduudhaa barbaadeen achi keessaa isa baasa.”
-