LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 18:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Guyyaa sanaa jalqabee, Saaʼol yeroo hundumaa Daawitiin ija shakkiitiin ilaala ture.

  • 1 Saamuʼel 18:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaan Daawitii wajjin waan tureef, Saaʼol irraa garuu waan fagaateef+ Saaʼol isa ni sodaate.+

  • 1 Saamuʼel 20:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yeroo kanatti Saaʼol isa ajjeesuuf eeboo itti darbate;+ yeroo kanatti, Yonaataan abbaan isaa Daawitiin ajjeesuuf murteessuu isaa ni beeke.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi