LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 25:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Daawitis yeruma sana namoota isaatiin, “Hundi keessan goraadee keessan hidhadhaa!”+ jedhe. Kanaafuu, hundi isaanii goraadee isaanii ni hidhatan; Daawitis goraadee isaa ni hidhate; namoonni gara 400 taʼan Daawitii wajjin ol kan baʼan yeroo taʼu, namoonni 200 garuu miʼa eeguuf achumatti hafan.

  • 1 Saamuʼel 30:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Daawitis yeruma sana namoota 600+ warra isaa wajjin turan faana ni baʼe; isaanis hanga Laga Gogaa* Besooritti deeman; achittis namoota isaa keessaa hammi tokko isaan biraa ni hafan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi