-
1 Saamuʼel 23:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Daawitii fi namoonni isaa warri lakkoofsi isaanii gara 600 taʼu,+ yeruma sana kaʼanii Qeyilaa gadhiisanii gara deemuu dandaʼan hundumaatti deeman. Saaʼol, Daawit Qeyilaadhaa baqachuun isaa yommuu itti himamu, isa ariʼuuf baʼuu isaa dhiise.
-