13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu qabu hedduun jira. 2 Biyyi hafe kana dha:+ naannoowwan guutummaa Filisxeemotaa fi guutummaa Geeshurotaa+