1 Saamuʼel 28:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yeroo kanatti Saamuʼel duʼee ture; Israaʼelonni hundis isaaf booʼanii magaalaa isaa Raamaa keessatti isa awwaalanii turan.+ Saaʼolis eker dubbistootaa fi raagdota biyyattii keessaa balleessee ture.+
3 Yeroo kanatti Saamuʼel duʼee ture; Israaʼelonni hundis isaaf booʼanii magaalaa isaa Raamaa keessatti isa awwaalanii turan.+ Saaʼolis eker dubbistootaa fi raagdota biyyattii keessaa balleessee ture.+