1 Saamuʼel 15:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 sababiin isaas, ajajamuu diduun+ hooda dubbachuu,+ of tuuluunis mora raawwachuu fi waaqolii tolfamoo* waaqeffachuu wajjin tokko dha. Dubbii Yihowaa waan tuffatteef,+ innis ati mootii akka hin taane si tuffateera.”+ 1 Saamuʼel 16:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo kanatti hafuurri Yihowaa Saaʼol irraa ni fagaate;+ yaanni hamaan* Yihowaa biraa dhufes isa jeequu jalqabe.+
23 sababiin isaas, ajajamuu diduun+ hooda dubbachuu,+ of tuuluunis mora raawwachuu fi waaqolii tolfamoo* waaqeffachuu wajjin tokko dha. Dubbii Yihowaa waan tuffatteef,+ innis ati mootii akka hin taane si tuffateera.”+
14 Yeroo kanatti hafuurri Yihowaa Saaʼol irraa ni fagaate;+ yaanni hamaan* Yihowaa biraa dhufes isa jeequu jalqabe.+