1 Saamuʼel 25:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Achiis Abigaayil+ yeruma sana kaatee harree ishii irra teessee tajaajiltoota ishii durbaa shan of duukaa buusuudhaan, namoota Daawit ergate sanaa wajjin deemtee haadha manaa isaa taate. 1 Saamuʼel 25:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Daawit Ahinoʼaam+ ishii nama Yezriʼel+ taates fuudhee ture; dubartoonni lamaan kunis haadhotii manaa isaa taʼan.+
42 Achiis Abigaayil+ yeruma sana kaatee harree ishii irra teessee tajaajiltoota ishii durbaa shan of duukaa buusuudhaan, namoota Daawit ergate sanaa wajjin deemtee haadha manaa isaa taate.
43 Daawit Ahinoʼaam+ ishii nama Yezriʼel+ taates fuudhee ture; dubartoonni lamaan kunis haadhotii manaa isaa taʼan.+