-
Iyyaasuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.
-
-
Iyyaasuu 15:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Naannoo gaarotaa keessatti kan argamanis kanneen kana dha: Shaamiir, Yaatir,+ Sookoo,
-
-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-