-
Iyyaasuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.
-
-
Iyyaasuu 15:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Anaab, Eeshtemoo,+ Aniim,
-
-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-