Lakkoofsa 21:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaanis sagalee Israaʼel dhagaʼee Kanaʼaanota dabarsee isaanitti ni kenne; isaanis Kanaʼaanotaa fi magaalota isaanii haxaaʼanii ni balleessan. Kanaan kan kaʼes isaan maqaa iddoo sanaa Hoormaa*+ jedhanii moggaasan. Iyyaasuu 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+ Iyyaasuu 19:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Eeltoolaad,+ Beetul, Hoormaa, Abbootii Murtii 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihudaan garuu obboleessa isaa Simiʼoonii wajjin Kanaʼaanota Zefaat keessa jiraatan irratti duulee isaan haleele; biyyattiis guutummaatti ni balleessan.+ Kanaafuu, magaalattii Hoormaa*+ jedhanii moggaasan.
3 Yihowaanis sagalee Israaʼel dhagaʼee Kanaʼaanota dabarsee isaanitti ni kenne; isaanis Kanaʼaanotaa fi magaalota isaanii haxaaʼanii ni balleessan. Kanaan kan kaʼes isaan maqaa iddoo sanaa Hoormaa*+ jedhanii moggaasan.
19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+
17 Yihudaan garuu obboleessa isaa Simiʼoonii wajjin Kanaʼaanota Zefaat keessa jiraatan irratti duulee isaan haleele; biyyattiis guutummaatti ni balleessan.+ Kanaafuu, magaalattii Hoormaa*+ jedhanii moggaasan.