LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 25:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Warqii irraa kiruubelota lama ni tolchita; warqii tumame irraa isaan tolchitee fiixee lamaan qadaadichaa irra isaan ni keessa.+

  • Lakkoofsa 7:89
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 89 Museen Waaqayyoo* wajjin dubbachuuf yeroo gara dunkaana walgaʼiitti seenu+ hundumaatti, qadaada taabota Dhugaa Baatuu sana gubbaa irraa, jechuunis kiruubelota lamaan gidduudhaa+ sagalee isa isaa wajjin dubbatu ni dhagaʼa ture;+ Waaqayyos isaa wajjin ni dubbata ture.

  • 2 Mootota 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sana booda Hisqiyaas akkana jedhee Yihowaa duratti kadhachuu jalqabe:+ “Yaa Yihowaa Waaqa Israaʼel, isa kiruubelotaa+ olitti* teessoo irra teessu, mootummoota lafaa hundaaf Waaqni dhugaan si qofa dha.+ Ati samii fi lafa uumteetta.

  • Faarfannaa 80:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 80 Yaa Tiksee Israaʼel,

      Ati inni akka hoolotaatti Yoseefiin geggeessitu,+ dhagaʼi.

      Ati inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra teessu,+

      Ifni kee haa ifu.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi