1 Saamuʼel 18:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Saaʼol Yihowaan Daawitii wajjin akka jiruu+ fi intalli isaa Miikaalis akka isa jaallatte+ ni hubate. 29 Kun immoo Saaʼol Daawitiin caalaatti akka sodaatu godhe; sana booda Saaʼol umurii isaa guutuu diina Daawit taʼe.+
28 Saaʼol Yihowaan Daawitii wajjin akka jiruu+ fi intalli isaa Miikaalis akka isa jaallatte+ ni hubate. 29 Kun immoo Saaʼol Daawitiin caalaatti akka sodaatu godhe; sana booda Saaʼol umurii isaa guutuu diina Daawit taʼe.+