-
2 Seenaa Baraa 2:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yeroo kanatti Hiiraam mootiin Xiiros ergaa barreeffamaa, “Yihowaan saba isaa waan jaallatuuf, ati mootii isaanii akka taatu godheera” jedhu Solomoonitti ni erge.
-