1 Mootota 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Hiiraamis dhaamsa Solomoon kana yommuu dhagaʼu baayʼee gammadee, “Saba guddaa* kana akka bulchuuf Daawitiif ilma ogeessa taʼe waan kenneef harʼa Yihowaan haa jajamu!” jedhe.+
7 Hiiraamis dhaamsa Solomoon kana yommuu dhagaʼu baayʼee gammadee, “Saba guddaa* kana akka bulchuuf Daawitiif ilma ogeessa taʼe waan kenneef harʼa Yihowaan haa jajamu!” jedhe.+