Keessa Deebii 26:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Akkuma inni waadaa siif galetti ati saba isaa, jechuunis isaaf qabeenya addaa*+ akka taatuu fi ajajawwan isaa hundumaa akka eegdu harʼa Yihowaa beeksisteetta.
18 Akkuma inni waadaa siif galetti ati saba isaa, jechuunis isaaf qabeenya addaa*+ akka taatuu fi ajajawwan isaa hundumaa akka eegdu harʼa Yihowaa beeksisteetta.