LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha;+ Yihowaan saboota lafa irra jiran hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+

  • Keessa Deebii 29:10-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Harʼa hundi keessan Waaqa keessan Yihowaa dura dhaabbattaniittu; dura buutonni gosoota keessanii, jaarsoliin keessan, geggeessitoonni keessan, dhiironni Israaʼel hundi, 11 ijoolleen keessan, haadhotiin manaa keessan,+ akkasumas namni biyya ormaa+ buufata keessan gidduu jiru, inni qoraan isiniif funaanus taʼe bishaan isiniif waraabu isa dura dhaabbataniiru. 12 Kunoo ati gara kakuu Waaqa kee Yihowaattii fi gara kakaa isaa isa Waaqni kee Yihowaan harʼa sii wajjin galutti seenuuf jetta;+ 13 kanas kan godhe, akkuma waadaa siif galetti, akkasumas akkuma abbootii kee Abrahaam,+ Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif+ kakatetti harʼa saba isaa godhee si hundeessuu+ fi Waaqa kee taʼuuf+ jedhee ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi