LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi.

  • Uumama 17:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Ani sii fi sanyii kee warra si booda dhufaniif Waaqa taʼuudhaaf, anaa fi si gidduutti, akkasumas anaa fi sanyii kee warra si booda dhufan guutummaa dhaloota isaanii gidduutti kakuu bara baraa akka taʼuuf kakuu koo nan eega.+

  • Uumama 22:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 akkana jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani ofiin nan kakadha,+ ati kana waan gooteef, ilma kee isa tokkichas waan na hin dhowwanneef,+ 17 ani dhugumaan sin eebbisa; dhugumaan sanyii kee akka urjiilee samii fi akka cirracha qarqara galaanaatti nan baayʼisa;+ sanyiin kees karra* diinota isaa ni dhaala.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi