-
1 Seenaa Baraa 18:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Hadaadʼezeer+ mootiin Zoobaa+ aangoo Laga Efraaxis+ irratti qabu jabeeffachuuf utuu dhaqaa jiruu Hamaat+ biratti Daawit isa injifate. 4 Daawit gaariiwwan fardaa 1,000, abbootii fardeenii 7,000 fi loltoota lafoo 20,000 isa irraa ni boojiʼe.+ Achiis Daawit fardeen gaarii harkisan 100 qofa hambisee, hunda isaanii morgaa isaanii kukkute.+
-