-
1 Seenaa Baraa 24:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Daawit, Saadoq+ isa ilmaan Eleʼazaar keessaa tokko taʼee fi Ahimelek isa ilmaan Itaamaar keessaa tokko taʼee wajjin taʼuudhaan akka itti gaafatamummaa tajaajila isaaniif kennameetti isaan hihire.
-