1 Saamuʼel 9:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 (Bara duriitti Israaʼel keessatti namni tokko yommuu Waaqayyoon gaafachuuf deemu, “Kottaa, nama mulʼata argu+ sana bira dhaqna” jedha ture. Sababiin isaas, namni yeroo harʼaatti raajii jedhamu, bara duriitti nama mulʼata argu jedhama ture.)
9 (Bara duriitti Israaʼel keessatti namni tokko yommuu Waaqayyoon gaafachuuf deemu, “Kottaa, nama mulʼata argu+ sana bira dhaqna” jedha ture. Sababiin isaas, namni yeroo harʼaatti raajii jedhamu, bara duriitti nama mulʼata argu jedhama ture.)