LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 9:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Saamuʼelis akkana jedhee Saaʼoliif deebise: “Namni mulʼata argu sun ana. Na dura buʼiitii gara iddoo ol kaʼaatti ol baʼi; harʼa anaa wajjin ni nyaatta.+ Ganamaan sin geggeessa; wanta beekuu barbaaddu* hundumaas sitti nan hima.

  • 2 Saamuʼel 15:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Mootichis Saadoq lubichaan akkana jedhe: “Ati nama mulʼata argu mitii?+ Nagaadhaan gara magaalattiitti deebiʼi; ilmaan keessan lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz ilma kee fi Yonaataan+ ilma Abiyaataariin fudhadhuutii deebiʼi.

  • 1 Seenaa Baraa 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Karra eegdota balbaloota sanaa akka taʼaniif kan filataman walumaa galatti lakkoofsi isaanii 212 ture. Isaan akka hidda dhalootaa isaaniitiin galmeeffamanitti+ gandeen isaanii keessa jiraatu turan. Daawitii fi Saamuʼel inni mulʼata argu,+ namoota kana iddoo amanamummaa gaafatu irratti ni muudan.

  • 1 Seenaa Baraa 29:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi