LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 9:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Daawit, “Namni mana Saaʼol keessaa hafee fi ani Yonaataaniif jedhee jaalala amanamaa itti argisiisuu dandaʼu jiraa laata?” jedhe.+

  • 2 Saamuʼel 16:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Mootichis Ziibaadhaan, “Kunoo, wanti kan Mefibosheet taʼe hundi kan kee ti” jedhe.+ Ziibaanis deebisee, “Ani si duratti nan sagada. Yaa gooftaa koo yaa mootii, si duratti fudhatama akkan argadhu godhi” isaan jedhe.+

  • 2 Saamuʼel 19:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Mootichi garuu, “Maaliif irra deddeebitee waaʼee kanaa dubbatta? Atii fi Ziibaan maasicha akka hirattan murteesseera” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi