-
2 Saamuʼel 9:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo kanatti mootichi Ziibaa tajaajilaa Saaʼolitti ergee isa waamsisee akkana isaan jedhe: “Wanta kan Saaʼol taʼee fi wanta kan maatii isaa taʼe hundumaa ilma ilma gooftaa keetiitiif kenneera.+ 10 Ati, ilmaan kee fi tajaajiltoonni kee laficha isaaf ni qottu; oomisha isaas walitti ni qabdu; kunis namoota maatii ilma ilma gooftaa keetii taʼan hundumaatiif nyaata ni taʼa. Mefibosheet ilmi ilma gooftaa keetii garuu yeroo hundumaa maaddii koo irraa ni nyaata.”+
Ziibaan ilmaan 15 fi tajaajiltoota 20 qaba ture.+
-