LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 25:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Achiis Abigaayil+ yeruma sana kaatee harree ishii irra teessee tajaajiltoota ishii durbaa shan of duukaa buusuudhaan, namoota Daawit ergate sanaa wajjin deemtee haadha manaa isaa taate.

  • 1 Saamuʼel 30:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haadhotiin manaa Daawit lamaan, jechuunis Ahinoʼaam ishiin nama biyya Yezriʼel taatee fi Abigaayil ishiin haadha manaa Naabaal Qarmeelosichaa turtes boojiʼamanii turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi