Baʼuu 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Hin ejjin.+ Baʼuu 20:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Mana namaa hin hawwin. Haadha manaa namaa+ yookiin garbicha isaa yookiin garbittii isaa yookiin qotiyyoo isaa yookiin harree isaa yookiin wanta kan isaa taʼe kam iyyuu hin hawwin.”+
17 “Mana namaa hin hawwin. Haadha manaa namaa+ yookiin garbicha isaa yookiin garbittii isaa yookiin qotiyyoo isaa yookiin harree isaa yookiin wanta kan isaa taʼe kam iyyuu hin hawwin.”+