-
Leewwota 15:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “‘Dhiirri tokko sanyiin isaa yoo dhangalaʼe, guutummaa qaama isaa bishaaniin haa dhiqatu; hamma galgalaattis xuraaʼaa ni taʼa.+
-
-
1 Saamuʼel 21:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Daawitis, “Akkuma kanaan dura yommuun duulaaf baʼu gochaa ture sanaatti, nuti guutummaatti dubartoota irraa of qusanneerra.+ Namoonni koo yeroo hojii kaaniif baʼanitti illee qaamni isaanii qulqulluu erga taʼee, harʼa immoo caalaatti qulqulluu hin taʼuu ree?” jedhee lubichaaf deebise.
-