-
2 Saamuʼel 2:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Sana booda namoonni Yihudaa dhufanii, achitti Daawitiin mana Yihudaa irratti mootii godhanii diban.+
Isaanis, “Saaʼoliin kan awwaalan namoota Yaabeesh Giiliyaadi” jedhanii Daawititti himan.
-
-
2 Saamuʼel 5:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kebroon keessa taaʼee waggaa 7 fi jiʼa 6f Yihudaa ni bulche; Yerusaalem+ keessa taaʼee immoo waggaa 33f guutummaa Israaʼelii fi Yihudaa ni bulche.
-