LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 49:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+

  • 1 Saamuʼel 15:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis Saaʼol Saamuʼeliin akkana jedhe: “Ani namoota waanan sodaadheef, wanta isaan jedhan dhagaʼee ajaja Yihowaa fi wanta ati dubbatte cabsuudhaan cubbuu hojjedheera.

  • 1 Saamuʼel 15:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan harʼa bulchiinsa mootummaa Israaʼel si irraa tarsaaseera; inni nama si irra wayyuuf dabarsee ni kenna.+

  • 1 Saamuʼel 16:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.

  • 2 Saamuʼel 5:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Daawit yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 30 ture; inni waggaa 40f ni bulche.+ 5 Kebroon keessa taaʼee waggaa 7 fi jiʼa 6f Yihudaa ni bulche; Yerusaalem+ keessa taaʼee immoo waggaa 33f guutummaa Israaʼelii fi Yihudaa ni bulche.

  • 1 Seenaa Baraa 11:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akka kanaan, jaarsoliin Israaʼel hundi gara mooticha isa Kebroonitti argamuu dhufan; Daawitis Kebroonitti Yihowaa duratti isaanii wajjin kakuu gale. Achiis isaan akkuma Yihowaan karaa Saamuʼel dubbatetti,+ Daawitiin Israaʼel irratti mootii godhanii diban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi