-
2 Saamuʼel 11:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Yeroo kanatti Daawit ergamaa sanaan, “Yoʼaabiin, ‘Goraadeen isa kanas taʼe isa sana waan nyaatuuf, dhimmi kun si hin yaaddessin. Waraana magaalattii irratti gootu caalaatti finiinsiitii toʼannaa jala ishii galfadhu’+ jedhi. Atis isa jajjabeessi” jedhe.
-