LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 20:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Daawit gonfoo Maalkaam mataa isaa irraa ni fuudhe; ulfaatinni isaa warqii taalaantii* tokko ture; achi irras dhagoonni gatii guddaa qaban jiru turan; innis mataa Daawit irra ni kaaʼame. Kana malees, inni magaalattii keessaa boojuu hedduu ni fudhate.+ 3 Achiis namoota achi keessa jiran gad baasee, dhagaa akka muran, meeshaawwan sibiilaa qara qabanii fi qottoodhaan akka hojjetan isaan godhe.+ Daawit magaalota Amoonotaa hundumaattis akkanuma godhe. Dhuma irrattis Daawitii fi loltoonni hundi gara Yerusaalemitti deebiʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi