LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Daawit Mootichi miʼawwan kana meetii fi warqii saboota toʼannaa isaa jala galfate hundumaa irraa fudhatee turee wajjin Yihowaadhaaf ni qulqulleesse;+ 12 miʼawwan kunis warra inni Sooriyaa, Moʼaab,+ Amoonota, Filisxeemotaa+ fi Amaaleqota+ irraa fudhate, akkasumas Hadaadʼezeer+ ilma Rehoob mootii Zoobaa irraa boojiʼe turan.

  • 2 Saamuʼel 12:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Achiis gonfoo Maalkaam mataa isaa irraa ni fuudhe. Ulfaatinni isaa warqii taalaantii* tokko ture; achi irras dhagoonni gatii guddaa qaban jiru turan; innis mataa Daawit irra ni kaaʼame. Kana malees, inni magaalattii+ keessaa boojuu hedduu ni fudhate.+ 31 Achiis namoota achi keessa jiran gad baasee, dhagaa akka muran, meeshaawwan sibiilaa qara qabanii fi qottoodhaan akka hojjetan, akkasumas xuubii akka tolchan isaan godhe. Magaalota Amoonotaa hundumaattis akkanuma godhe. Dhuma irrattis Daawitii fi loltoonni hundi gara Yerusaalemitti deebiʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi