Iyyaasuu 6:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Meetiin, warqiin, miʼawwan sibiila diimaa fi miʼawwan sibiilaa hundi garuu Yihowaadhaaf kan qulqulleeffamani dha.+ Gara mana qabeenyaa+ Yihowaatti galfamuu qabu.” 1 Mootota 7:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Kanaafuu, Solomoon Mootichi hojiiwwan mana Yihowaatiif hojjechuu qabu hunda hojjetee xumure. Achiis Solomoon wantoota abbaan isaa Daawit qulqulleesse achitti ni galche;+ meeticha, warqichaa fi miʼawwan sanas manneen qabeenyaa mana Yihowaa keessa ni kaaʼe.+ 1 Seenaa Baraa 22:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kunoo, ani mana Yihowaatiif warqii taalaantii* 100,000 fi meetii taalaantii 1,000,000, sibiila diimaa fi sibiila+ hedduu madaalamuu hin dandeenye, akkasumas saanqaawwanii fi dhagoota qopheessuuf baayʼee dhamaʼeera;+ atis kana irratti ni dabalta. 1 Seenaa Baraa 26:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Wantoota yeroo waraanaatti+ boojuudhaan+ argatan mana Yihowaa haaressuuf ni qulqulleessan;
19 Meetiin, warqiin, miʼawwan sibiila diimaa fi miʼawwan sibiilaa hundi garuu Yihowaadhaaf kan qulqulleeffamani dha.+ Gara mana qabeenyaa+ Yihowaatti galfamuu qabu.”
51 Kanaafuu, Solomoon Mootichi hojiiwwan mana Yihowaatiif hojjechuu qabu hunda hojjetee xumure. Achiis Solomoon wantoota abbaan isaa Daawit qulqulleesse achitti ni galche;+ meeticha, warqichaa fi miʼawwan sanas manneen qabeenyaa mana Yihowaa keessa ni kaaʼe.+
14 Kunoo, ani mana Yihowaatiif warqii taalaantii* 100,000 fi meetii taalaantii 1,000,000, sibiila diimaa fi sibiila+ hedduu madaalamuu hin dandeenye, akkasumas saanqaawwanii fi dhagoota qopheessuuf baayʼee dhamaʼeera;+ atis kana irratti ni dabalta.