LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 6:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Sana booda magaalattii fi wanta ishii keessa jiru hundumaa ibiddaan ni guban. Meetii, warqii, miʼawwan sibiila diimaa fi miʼawwan sibiilaa sana garuu mana qabeenyaa mana Yihowaatiif ni kennan.+

  • 1 Mootota 7:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Kanaafuu, Solomoon Mootichi hojiiwwan mana Yihowaatiif hojjechuu qabu hunda hojjetee xumure. Achiis Solomoon wantoota abbaan isaa Daawit qulqulleesse achitti ni galche;+ meeticha, warqichaa fi miʼawwan sanas manneen qabeenyaa mana Yihowaa keessa ni kaaʼe.+

  • 1 Seenaa Baraa 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Daawit Mootichi miʼawwan kana meetii fi warqii saboota hundumaa irraa fudhatee turee wajjin Yihowaadhaaf ni qulqulleesse;+ miʼawwan kunis warra inni Edoom, Moʼaab, Amoonota,+ Filisxeemotaa+ fi Amaaleqota+ irraa fudhate turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi