LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, Toʼiin waaʼee nageenya isaa akka isa gaafatuu fi Hadaadʼezeeriin waraanee waan injifateef gammachuu isatti dhagaʼame akka isaaf ibsu, ilma isaa Yoraamiin gara Daawit Mootichaatti erge (Hadaadʼezeer yeroo baayʼee Toʼii wajjin wal waraana ture); innis miʼawwan meetii, miʼawwan warqii fi miʼawwan sibiila diimaa fidee dhufe. 11 Daawit Mootichi miʼawwan kana meetii fi warqii saboota toʼannaa isaa jala galfate hundumaa irraa fudhatee turee wajjin Yihowaadhaaf ni qulqulleesse;+ 12 miʼawwan kunis warra inni Sooriyaa, Moʼaab,+ Amoonota, Filisxeemotaa+ fi Amaaleqota+ irraa fudhate, akkasumas Hadaadʼezeer+ ilma Rehoob mootii Zoobaa irraa boojiʼe turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi