5 Kanaafuu, Solomoon hojiiwwan mana Yihowaatiif hojjechuu qabu hunda hojjetee xumure.+ Sana booda Solomoon wantoota abbaan isaa Daawit qulqulleesse achitti ni galche;+ meeticha, warqichaa fi miʼawwan sana hundas manneen qabeenyaa mana Waaqa dhugaa keessa ni kaaʼe.+