26 Shelomootii fi obboloonni isaa manneen kuusaa wantoota qulqulleeffamanii,+ warra Daawit Mootichi,+ dura buutonni manneen abbootii,+ ajajjoonni kumaa fi ajajjoonni dhibbaa, akkasumas ajajjoonni raayyaa waraanaa qulqulleessan hunda irratti itti gaafatamummaa qabu turan.